Tumgik
bayisa-guta · 2 years
Text
Shamarree tokko…
Shamarree tokkotu, midhaan dugdatti baattee karaa deemaa osoo jirtuu, akka tasaa dhuufuu sagaleen ishee qalloo taate tokkoon “Xuux” goote. Osoo itti hin yaadiin waan dhuufteef, dhuufuu ishee kanatti baayyee rifatte. Akka namni naannoo ishee jiru mirkaneeffeachuuf jecha of duuba mil’attee ilaalte. Yeroo of duuba mil’attu, jaarsi tokko duuba ishee jira ture. Isheenis qaanoftee, qaanii ishee…
View On WordPress
0 notes
bayisa-guta · 2 years
Text
Shamarree Tokko
Shamarree tokkotu, midhaan dugdatti baattee karaa deemaa osoo jirtuu akka tasaa dhuufuu sagalee qalloo qabdu tokkoon “Xuu” goote. Osoo itti hin yaadiin waan gooteef dhuufuu ishee kanaaf baayyee rifatte. Akka namni naannoo ishee jiru mirkaneessuuf jecha of duuba mil’atte. Yeroo of duuba mil’attu, jaarsi tokko duuba ishee jira ture. Isheenis qaanoftee, qaanii ishee kana qabbaneeffachuudhaaf, akka…
View On WordPress
0 notes
bayisa-guta · 2 years
Text
Hiriyoota Sadan
Hiriyyoota sadi ta’anii karaa deemu turan. Osuma deemanii itti galgaloofnaan achuma naannoo itti dukkanaa’e sanaa goojjoo duwwaa wayii argatanii itti goranii achuma keessa buluuf murteeffatan.Sinqii qabatanii deeman irraa xiqqoo wayii irraa nyaatanii kan hafe boru nyaanna jedhanii olkaawwatanii rafan. Isaan sadan keessaa inni tokko halkan walakkaa ka’ee sinqii hambifatan hundasaa nyaatee…
View On WordPress
0 notes
bayisa-guta · 4 years
Text
Wantoota jireenyi akka nu jibbisiisan godhan
Wantoota jireenyi akka nu jibbisiisan godhan
Lafa kanarra jiraachuudhaaf gammachuun baayyee nu barbaachisa. Gammachuu barbaannu hin argannu taanaan lafa kanarra jiraachuu keenyaafuu of jibbina. Mataa keenya jibbinaan immoo guutummaan jireenyaas nama jibbisiisa. Wantoonni akka jireenyi nu jibbisiisu godhan keessaa muraasni:
Kophummaa:Yeroo baayyee jireenya ofii kophummaadhaan dabarsuun jireenyi akka nama jibbisiisu godha. Hariiroo namoota…
View On WordPress
0 notes
bayisa-guta · 5 years
Text
Tumblr media
(more…)
View On WordPress
0 notes
bayisa-guta · 5 years
Photo
Tumblr media
Tooftaale shakkii to’achuuf gargaaran torban: Tooftaale shakkii to’achuuf gargaaran torban: Yeroo tokko tokko namuma yookiin waanuma sirritti beeknuu fi amannu tokko shakkina.
1 note · View note